Ajajaan waraana israa'il duraanii waa'ee netniyaahoo dubbate
Halaal islamic media
🔺Ajajaa Waraana Israa'el Kutaa Gaazaa duraanii:
Haasaan Netaaniyaahuun Kongireesii duratti taasisan balaa waan ta'eef miidhaa hin suphamne geessisuu mala jachuudhaan dubbate