Halaal islamic media
By Adam Hussen
#IYYAA_IYYA_DABARSAA
Sheek Jamaal Siiraa murabbiidha
Sheek Jamaal Siiraa hoogganaadha
Sheek Jamaal Siiraa barsiisaadha
Sheek Jamaal Siiraa khaxiiba
Sheek Jamaal Siiraa mufakkira islamaati
Sheek Jamaal Siiraa mu'arrikha isalamaa khan jaarraa khanaati…
Sheek Jamaal Siiraa Hayyuu hayyummaa isaatiin dhiigni islaamaa aanaa Mi'eessoo fi gumbii keessatti dhangala'uurraa dhaabbate.
Aalima sababii isaatiin Rakkoo bara meeqaa islaamni haara itti galfate.
#SEENAA_IMALA_ILMII_SHEEKH_JAMAAL SIIRAA
================================
๐๐Seenaa Dhaloota Isaanii Gabaabinaan:-๐๐๐
✅️Maqaan Guutuun isaanii Sheek Jamaal Ahmad Gulubee jedhama, Iddoon dhaloota isaanii Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessoo
Araddaa Harammaroo Deeymaatti
Bara 1973 ETC dhalatan, Umrii isaanii daa'imummaatti idduma dhaloota isaatti qur'aana barachuu eegalanii Sana booda Aanoota adda addaa kan Goodina harargee lixaa fi bahaa keessatti argaman hedduu keessa deemuun ilmii adda addaa barachaa turan, walumaa galattiTurtii Barnoota Keessatti dabarsan Waggaa 26 yommuu tahu
IDDOO ISAAN ILMII ITTI BARATANII FI NAMOOTA SHEEKHNI IRRATTI BARATAN AKKA ARMAAN GADII KANA TAHA
✅️Iddoo Ilmii Barachuuf Naanna'an: ๐
Godina harargee Lixaa:-
๐Aanaa Ml'eessoo
๐Aanaa Gubbaa Qorichaaa
๐Aanaa Bookee
๐Aanaa Gammachiis
๐Aanaa Habroo
๐Aanaa Gumbii Bordoddee
๐Aanaa Gubbaa Qorichaa
๐Aanaa Ancaar
✅️Godina Harargee Bahaa Immoo:-๐๐
๐Aanaa Kombolchaa
๐Aanaa Haramaayaa
๐Aanaa Qarsaa
๐Aanaa Fadis
๐Aanaa Haramaayaa
๐Magaalaa Harar
✅️Sheeka Isaan Ilmii irraatti Baratan:๐
1. Sheek Mahammad Usmaan Wadaay
2. Sheek Ibraahim Ahmad Ibroo
3 . Sheek Ahmad Bubbee
4. Sheek Abraahim Zeeynii
5 . Sheek Abdurahmaan Sa'id
6. Sheek Jamaal Sheek Hassan
7. Sheek Mahammad Siraaj
8. Sheek Yuunus Adam
9. Sheek Kamaal.......
10. Sheek Yuusuf Ahmad(waajii)
11 Sheek Adam Bakar
12. Sheek Abdallaa Burqaa
13. Sheek Aliyyi Sheek Ibraahim
14. Sheek Aliyyii Caatee
15. Sheek Ahmadnuur
16. Sheek Ahmaddiin Muussaa
17. Sheek Abdurazzaq Baabilee
18. Sheek Jamaal Abdullaa(imaama M/Magaalaa/harar
19 . Sheek Aliyyii Fallaanaa
20 . Sheek Ahmad Watar
21 . Sheek Adam Tuulaa alkallattiin fi kkf dha
=======================//=
✅️ Gosoota Ilmii Isaan baratanii fi barsiisaa jiran๐๐๐๐๐๐
๐.kitaabota Mukhtasaraa
๐.Tafsiiraa Qur'aanaa
๐.Fannii Aqiidaa
๐ .Fannii siiraa ballinaan
๐.Kitaabota Sunana
๐.Kitaabota Nahwii
๐.Fannii Faraa'idaa
๐.Fannii Qawaa'idaa
๐.Fannii Fiqhii
๐.Fannii Musxalahaa
๐.Fannii Sarfii
๐.Fannii Hisaabaa
๐ .Usuulul Fiqhii
๐.Fannii Balaaghaa
๐ .Fannii Manxiqaa fi kkf dha.
Sheek Jamaal Siiraa Hayyuu hayyummaa isaatiin dhiigni islaamaa aanaa Mi'eessoo fi gumbii keessatti dhangala'uurraa dhaabbate.
Aalima sababii isaatiin Rakkoo bara meeqaa islaamni haara itti galfate.
✅️๐Akkuma qur'aanaa fi hadiisa Keeysatti dubbatamee jirutti Rabbiin dachii tanarratti uumama isarraa warra beekkomsaan sadarkaa isaanii ol-fudheetu jira Ragaan khanaa jacha rabbii olaaneeti.
َูุฑَْูุนُ ุงُููู ุงูุฐَِูู ุขู
َُููุง ู
ُِْููู
ْ ูุงูุฐَِูู ุฃُูุชูุง ุงูุนِْูู
َ
ุฏَุฑุฌุงุชٍ) (ุณูุฑุฉ ุงูู
ุฌุงุฏูุฉ : 1
✅️Sheikh Jamaal Siiraa :- Aalimni guddaan khun erga qubatanii Rakkoolee hawaasa isaanii eega rabbiitii gama hundaan furuu danda'anii jiru.garuu Rakkolee jiruuf jireenyaa kan Isaan qunnaman hunda obsaan dabarsaa Ilmii sheekkan hedduu irraa dhaalanii fi Walakkaa Umrii Isaaniitii ol keessatti dabarsan kana dhaloota barsiisaa jiru.
✅️Sheikh Jamaal siiraa Abbaa fanniiwwan hunda tahuu isaatii fi majlisa ilmii SAMARATUL MARJUWWAA barsiisuun cinatti. Maaddaa haraashii halkanii fi guyyaa iddoo afurii olitti barsiisaa kan jiruu.
Erga qubatanii ilmii barsiisuu eegalan waggaa 11 gahanii jiru. Haaluma kanaan sheekni amata 26 kan baratan yommuu tahu amata 11 barsiisuu irra turan walumaagalatti umriin sheekhaa umriin isaanii 42 hanga 44 jidduu jira sheekhni Afurtam jireessa akkasumaas Dhimmoota Hawaasummaa keessattis yeroo ammaa sadarkaa adda addaa irratti nama hojjechaa jiruu dha: fkn๐๐
๐I/G Fataawaa Aanaa Mi'eessooti
๐koree Gamtaa Ulamaa'ii Godina Harargee Lixaati
๐I/A I/G M/M/Dh/Islaamaa Godina Harargee Lixaa ta'anii tajaajilaa jiru.
*Kayyoon garee Dirmachuu Ulamaa'ii*
# *Sheikh*_Jamaal siiraa Leenca Fakkii Namaa Madda Beekkumsaa bahara Ilmiiti! Wardiiyyaa Diin Islaamaati!!
Abbaa Darasoota kumaatamaan lakkaa'amaniiti Goota Diin Islaamaatiin biyya faaye. Hayyicha Guddaa lafti Carcar biqilchite
# *Aalimaa* Fanniiwwaan garaa garaa barsiisuuf halaa mijjataa fi maddaa galii tookko malee Biyyaa tiyyan fayyada jachuudhaan Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessoo araddaa deyyma fi Hussee. jedhamutti Majliisa Sosso'aa dhaabuudhan barsiisaa kan jiru yo ta’uu . qubsumaa Isaa kana jajjabeessuf Daa'ii, fi Sheikhootin teenyaa Mariidhaan tokkuummaan garee Whtsup *Dirmachuu Ulamaa'ii* kessatti keeyrii tana irra akka qodaa fudhatan Afeerraa Isiniif taasisaa jiran. tokkollen nurra hin hafinaa isiniin jenna.
Aalima kheenya qubsiifnee gahee teenya akka bahannu
Baankii daldala CBE. 1000570439816
Hojii gamtaa oromiyaa 1050500084406

Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com