Hanga ammaatti gaasixeeystoonni 153 gaazaa keessatti du'anBarreessaa: 📅 Guyyaa: July 02, 2024⏱️ Yeroo dubbisaa herregaa jira...Halaal islamic media lolli gaazaa keeysatti onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti gaasixeeysitoonni 153 akka dhuman gabaafame gaasixeeysitoonni kunneen haleellaa humnoota israa'iliin akka dhuman al jazeeraan irra deddeebi'iidhaan gabaasaa jirti