Skip to main content

Waraanni hamaas saaruukha "sahmul ahmar" ja'amu fayyadamuu hime

Halaal islamic media waraanni hamaas duula qindaawaa waraana israa'ilii wajjiin geggeeysaa jiru irratti saaruukha "sahmul ahmar" (xiyya diimaa) ja'amu fayyadamaa kan jiru yoo tahu
dubbiin itti jabaannaan yeroo ammaan tanaa kana netniyaahoon waraanni magaalaa raafaarratti godhamaa jiru akka dhaabbatuuf batachaa jiraachuu aljaziiraan walharkaa fuudhuudhaan gabaasaa jirti

Comments

Popular posts from this blog

Beeysisa markaza daaruliimaan #imo

Halaal islamic media

Hanga ammaatti gaasixeeystoonni 153 gaazaa keessatti du'an

Halaal islamic media lolli gaazaa keeysatti onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti gaasixeeysitoonni 153 akka dhuman gabaafame gaasixeeysitoonni kunneen haleellaa humnoota israa'iliin akka dhuman al jazeeraan irra deddeebi'iidhaan gabaasaa jirti

Barnoota ahkaama tajwiidaa

Halaal islamic media