Maqoota madiinaa rasuulaa sw - halaal radio live

Halaal islamic media podcast

Oduu Haaraya Ammee

Home Top Ad

Responsive Ads Here

Post Top Ad

Responsive Ads Here

Thursday, April 22, 2021

Maqoota madiinaa rasuulaa sw

Raadiyoo madda beekumsaa
Maqoota Madiinaa Rasuulaa. (Salallaahu Aleeyhi Walsall)
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

#1ffaa: Yasrib (ﻳﺜﺮﺏ ) kun Maqaa Isii kan Gaafa jaahiliyyaa (zamana wallaalaati).
"ﻭﺇﺫ ﻗﺎﻟﺖ ﻃﺎﺋﻔﺔ ﻣﻨﻬﻢ ﻳﺎ ﺃﻫﻞ ﻳﺜﺮﺏ ﻻ
ﻣﻘﺎﻡ ﻟﻜﻢ ﻓﺎﺭﺟﻌﻮﺍ‏ "
  
Erga Rasuulli (s.a.w) Gara Isii godaananiin booda maqaa kana irraa jijjiiran.

#2ffaa:- Al madiinaa ( ﺍﻟﻤﺪﻳﻨﺔ). Kun Ammoo maqaa isii kan Islaamummaa boodaati. Maqaan kun Qur'aanaa fi Hadiisa keessattis yeroo hedduu dubbatame.
" ﻣﺎ ﻛﺎﻥ ﻷﻫﻞ ﺍﻟﻤﺪﻳﻨﺔ....."

#3ffaa: xaabaa ( ﻃﺎﺑﺔ ) maqaa kanas Rasuulaatu moggaaseef.
"ﻗﻮﻟﻪ -ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ - ﺣﻴﻦ ﻗﺪﻡ ﻣﻦ
ﻏﺰﻭﺓ ﺗﺒﻮﻙ ﻭﺃﺷﺮﻑ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻤﺪﻳﻨﺔ : ‏« ﻫﺬﻩ ﻃﺎﺑﺔ ‏"

#4ffaa: xeybaa ( ﻃﻴﺒﺔ ) Kunis maqaa isii kan Rasuulli moggaaseef keessaa tokko.
 "ﻗﻮﻟﻪ -ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ :- ‏« ﻫﺬﻩ ﻃﻴﺒﺔ ‏» ﺛﻼﺙ ﻣﺮﺍﺕ 

#5ffaa: Al-Daar Wal iimaan (ﺍﻟﺪﺍﺭ ﻭﺍﻹﻳﻤﺎﻥ ) maqaan kun Qur'aana Suuraa Al Hashri keessatti dubbatame.
"ﻭﺍﻟﺬﻳﻦ ﺗﺒﻮﺅﻭﺍ ﺍﻟﺪﺍﺭ ﻭﺍﻹﻳﻤﺎﻥ ﻣﻦ ﻗﺒﻠﻬﻢ ﻳﺤﺒﻮﻥ ﻣﻦ ﻫﺎﺟﺮ ﺇﻟﻴﻬﻢ ‏) "

#6ffaa. Daaru-hijraa( ﺩﺍﺭ ﺍﻟﻬﺠﺮﺓ) Nabi osoo makkah keessa jiranuu akkan jedhan
 "ﻓﻲ ﻗﻮﻟﻪ -ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ-
ﻟﻠﻤﺴﻠﻤﻴﻦ ﻓﻲ ﻣﻜﺔ ﻗﺒﻞ ﺍﻟﻬﺠﺮﺓ : ‏«ﺃُﺭﻳﺖُ ﺩﺍﺭ ﻫﺠﺮﺗﻜﻢ ﺫﺍﺕ ﻧﺨﻞٍ ﺑﻴﻦ ﻻﺑﺘﻴﻦ ‏» ﻳﻌﻨﻲ ﺍﻟﻤﺪﻳﻨﺔ "

Madiinaan biyya Rasuulaati, biyyaa iimaanaati, biyya Kabajamtuudha, biyya Dajjal hin seenne, Biyya Eebba Nabi muhammad Qabdu.

Biyya madiinaa Rabbiin Barakaa barakaa gubbaan haa ida'uuf, Jaalallee keenya kan Biyyee madiinaa jalatti Awwaalamanis nagayaa fi Rahmanni Rabbii irratti haa jiraatu.

No comments:

Post a Comment

raadiyoomb@gmail.com

Post Bottom Ad

Responsive Ads Here

Pages