...ilmiin ulamaadhaa
Nashiidaa ustaaz gammachuu mahammad
Ilmiin ulaamaadhaan tiiyfamaa
Nitin beeynuu saboo maalumaa
Mee nukhaasaa haa barruu ammaa
Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
💚bismillaahii maqaa rabbiitiin
👉Eegaleeraa haasawa kootii
👉Nagaaf rahmaata buuserrattii
👉Mohammadin kheyral ummatii
Aalii saatiif taabi'arrattii
👉hordoftootaa sunnaa nabiitii
👉Rahmata walgayu hundumaa
Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
💚assalaamuu aleeykum je'ee
Salaamataa dura buufadhee
👉yaa bboleewwan kiyya qaqqaalii
Dhufuuf arraas waa fuffudhadhee
👉beekee mitii kaniin dubbadhee
Beekuu baadhuus hin taa'u jedhee
👉waaniin beekaarraa dhaggeeyfadhee
Isiniinillee gahuu fedhee
👉yoo dhaggeeyfattan naaf isinii
Faaydaa guddaadhaa yaadeetumaa
👉osoon godhin boruuf baallamaa 2x
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
👉aja'ibaa boo yeroo hundaa
Hedduu qabnaa nuti haasidaa
👉kan nutti yaadu shira addaa
Firraan arkuu namnirra guddaan
👉kan itti yaadee yeroo hundaa
Dhoorkaa jiruu garii ibaadaa
👉kan ajajuuf gara waan badaa
Yeroo hundaa toolchuuf ajandaa
👉shirri isaa boo akkaan hamaa
Osoon godhon boruuf baallamaa 2x
😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈yoo dubbatan hammeenya saatii
Hin mullatuu amma namattii
😈garuu dhufaa guyyaan sheenaatii
Kan rakkatee ja'u mamuutii
😈silaan takkaa deebi'eechittii
Wiliin godhuu an qaaliisaatii
😈godheetumaan qaalii rabbiitii
Dalagadhaa cufa toltuutii
😈sheenaaf eegeen gama boodaatii
😈Faaydaan qabduu ee yaalmanamaa
😈osoon godhiin booruuf baallamaa 2x
😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈mee naaf godhaa takka dhiifamaa
Haasinni kun laata eenyumaa
😈dursee himuu dhabuuf dhiifamaa
Firraa eeguun isaa gaarumaa
😈firraa eegii an siifiin himaa
😈kan beekkamuun inni darbamaa
Ibiliisii siif galee ammaa
👉osoon godhin boruuf baallamaa 2x
👉yaaboo ammaa dubbiin siif galtee
Laata naafoo dhiifama gootee
👉dubbiin isaa fuutee naan kuttee
Sagantaarraa nafageeysitee
👉hammeenyisaa daangaa dabartee
Bar sigubuudhaaf karoorfatee
👉isaa wajjiin ibidda seentee
👉garuu atii dubbiin siif galtee
👉isa jalaa yoo as deebitee
Akkaan firraa eeyde jabaattee
👉milkaawuun kee wahi shakkamaa
Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈😈
😈nama meeqaantam galaafatee
😈Itti hasaasee booji'atee
😈saahibasaa guddaa godhatee
Atin kaatuu boo eega duutee
😈jachuun tanaa itti dubbatee
😈namichiis waan beeku baratee
Dhama'aadhaa kan sammuun dhuuftee
😈karoora sheeyxaanaa fudhatee
Yeroo hundaa ittiin hojjatee
😈silaa wayyaa xiqqo baratee
Waan kasaaruu tahee dagamaa
👉Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
💚waa hundaafuu baruun gaarumaa
amantii tee yeroo hundumaa
💚barnoota kaaniis cinaanumaa
nibarattaa kuniis gaarumaa
💚hundaa seentee dhandhaa
Dhuuydee quuftaa bartee hundumaa
💚jajjabaannaan jiyaa hundumaan
Nimilkooytaa tan biyya lamaa
Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
⛄yoo siin ja'an dhufanii sittii
Koottuu baraadhu boo mee ati
⛄niloltaanii hedduu aarteetii
Yoo kkana taate yaa boo atii
⛄nama dinqaa hujiin kankeetii
Yookaan loltuu olbaafatteetii
⛄haaya jettaan isaan sobdeetii
Niin baradhaa booda dhufeetii
⛄hin barattuu itti dheeyxeetii
Yookkana taate yaaboo atii
⛄karaan jirtuu deebi'i ammaa
Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
⛳ilmiin ulaamaadhaan tiiyfamaa
Nutin beeynuu saboo maalumaa
Mee nukhaasaa haa barru ammaa
Osoon godhin boruuf baallamaa 2x
⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳koobbaradhuu siin ja'an atii
⛳Sitti hasaasa sidhufeetii
⛳bar siin ja'aa hasaasee sittii
⛳hin dandeeysuu barachuu atii
⛳barachuudhaaf yeroon qabduutii
⛳kana malees ulfaataa sitti
⛳ulfinnisaa akka gaaraatii
⛳kana faadhaa bar hima sittii
⛳haasinni kee yeroo hundumaa
⛳osoon godhin boruuf baallamaa 2x
⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳babbareechun amala saatii
⛳waan ajooytuu urgeeysee sittii
⛳waan hadhooytuu mi'eeysee sittii
⛳waan gaggaarii fokkisoon sittii
⛳waan mi'ooytuu hadheeysuun sittii
⛳waan haffallii ulfeeysuun sittii
⛳yaabboleeysaa kiyyaabboleeytii
⛳tole jennaan qaalii isaatii
⛳kasaaruun keeysan kunoo ammaa
⛳osoon godhin boruuf baallamaa 2x
⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳⛳meeqaantamiitu halaakamee
⛳fedhi

No comments:
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com