Raadiyoo madda beekumsaa
Obboleeysa kiyya dubbiin naaf galtee jirti walumaa galatti sitti bilbilee si dararuu kiyyaaf dhiifama naaf godhi ammoo yoon wilii sirratti bilbila maraataa yoo naan jattees gaarii taha hundumaafuu dhiifama hayyee
Nasruu fii dursaan dhufuu kiyya dhageenyaan bilbila isaanii cufatan atiis osoo bira jirtuu namaan jalaa kaasaa jatta naaf galeera dhiifama hayyee najjoo kiyya namni kamiyyuu yeroo jalqaba manaa bahu mudannoo numa qaba kanaaf isin bilbila cufachuun najalaa kaasuu dhabuun mudannoo kiyya cimaadha ani wanni hundi akka qulhuwallaahuutti naaf galee jira ammaaf bakkaan itti hara baafadhu niin qaba garuu dalagaaf jedheen isinitti haajame malee
Hayyee yoon si aarse dhiifama naaf godhi wassalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh
Wilii sirrattin bilbiluu nattin bilbilin
Galatoomi nagayatti
Tuniis ni dabarti
Guyyaa mudannoo kanaa guyyaa nooveember 24/11/2020 magaalaa jigjigaa keessatti
Halaal islamic media podcast
Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com