Skip to main content

Posts

akkaataa poppo live irraa itti qarshii argattan

poppo live

Barnoota ahkaama tajwiidaa

Halaal islamic media

Beeysisa markaza daaruliimaan #imo

Halaal islamic media

eid mubaarak

Halaal islamic media eid mubaarak eidal fitri bara 1446

Seenaa sheikh bullaallaa

Halaal islamic media Seenaa sheikh bullaallaa ************************ Maqaan isaa sheikh bullaallaa ja'ama iddoon dhaloota isaa godina harargee bahaa aanaa jaarsoo bakka gafra qallaa ja'amu jiraachaa turan isaan gosaan jaarsoo ykn huume ja'ama lamaanirraa takkatti nuti qulqulleeyfachuu hin dandeenye ammoo gaafa qulqulleeyfanne kan isiniif finnu taha amma ammoo seenaa isaa tan arganne isiniif dhiheeysina hanga xumuraatti nufaana bu'aan afeerraa kheenya. Sheikh bullaallaan rabbiin rahmata isaaniif haa godhuu hoogganaa fi bulchaa ykn damiina guddaa warra huumee turan erga gadaan bulchiinsa isaanii dhumee hojii irraa boqonnaa fudhatanii booda osoo boqonnaan isaanii umrii boqonnaa kanaaf bakka hin kennin gara barnoota islaamaa deemanii barachuu eegalan ilma isaanii kan hangafaa waliin eegalanii ilma isaanii kan quxxusuu waliin qur'aana xumuran . San booda barnoota shari'aa islaamaa ballinaan irraa barachuudhaaf ulamaa'oota barbaaddatee damee inni irratti akk...

Halaal raadiyoon tamsaasa isaa yeroo dhihoodhatti eegaluuf

Halaal islamic media

Balaan ibiddaa magaalaa dirree dhawaa mudachuun himame

Halaal islamic media Balaan Ibiddaa Dirree Dhawaatti mudatee miidhaa guddaa qaqqabsiisee too'atamuun ibsame Halaal Radio: Zul-Hijjah 25/1445 Magaalaa Dirree Dhawaa Naannawa gabayaa Ashawwaatti balaan ibiddaa mudatee ture tattaaffii hawaasaa fi qaamoleen nageenyaa taasisaniin toohatamuu bulchiinsi Dirree Dhawaa beeysise. Iddoo Gabayaa Ashawwaa ja'amee Beekamutti Ganama Kana balaan ibiddaa uumame kun Dukkaanota Gurgurtaa hedduu fi akkasumaas iddoo gurgurtaa Bishingaarra miidhaa olaanaa dhaqqabsisuun himamee jira. Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar iddoo balaan kun itti uumametti arkamuun haala ture kan daawwatan yoo tahu, ka'umsi balaa kanaa maal akka taheefi miidhaa hangam akka dhaqqabsiise qorannoon taasifamee ummataaf kan ifoomsamu tahuu himanii jiran. Jiraattotaa fi Qaamolee Nageenyaa Balaan kun miidhaa akka hin dhaqqabsiifne toohachuuf tattaaffii olaanaa taasisan kan galateeyftan kantiibaa Kadiir Juhaar,lammiilee balaa kanaan miidhaan irra gahe ...

Waraanni israa'iliifii meeshaan waraanaa isaanii daarawuun akkuma itti fuftetti jirti

Halaal islamic media

Hanga ammaatti gaasixeeystoonni 153 gaazaa keessatti du'an

Halaal islamic media lolli gaazaa keeysatti onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti gaasixeeysitoonni 153 akka dhuman gabaafame gaasixeeysitoonni kunneen haleellaa humnoota israa'iliin akka dhuman al jazeeraan irra deddeebi'iidhaan gabaasaa jirti

Waraanni hamaas saaruukha "sahmul ahmar" ja'amu fayyadamuu hime

Halaal islamic media waraanni hamaas duula qindaawaa waraana israa'ilii wajjiin geggeeysaa jiru irratti saaruukha "sahmul ahmar" (xiyya diimaa) ja'amu fayyadamaa kan jiru yoo tahu dubbiin itti jabaannaan yeroo ammaan tanaa kana netniyaahoon waraanni magaalaa raafaarratti godhamaa jiru akka dhaabbatuuf batachaa jiraachuu aljaziiraan walharkaa fuudhuudhaan gabaasaa jirti

Lolli israa'ilii fi hamaas eegalee arra guyyaa 263

Halaal islamic media

Sheikh jamaal siiraa eenyu?

Halaal islamic media By Adam Hussen #IYYAA_IYYA_DABARSAA Sheek Jamaal Siiraa murabbiidha Sheek Jamaal Siiraa hoogganaadha Sheek Jamaal Siiraa barsiisaadha Sheek Jamaal Siiraa khaxiiba Sheek Jamaal Siiraa mufakkira islamaati Sheek Jamaal Siiraa mu'arrikha isalamaa khan jaarraa khanaati… Sheek Jamaal Siiraa Hayyuu hayyummaa isaatiin dhiigni islaamaa aanaa Mi'eessoo fi gumbii keessatti dhangala'uurraa dhaabbate. Aalima sababii isaatiin Rakkoo bara meeqaa islaamni haara itti galfate. #SEENAA_IMALA_ILMII_SHEEKH_JAMAAL SIIRAA ================================ 👇👇Seenaa Dhaloota Isaanii Gabaabinaan:-👇👇👇 ✅️Maqaan Guutuun isaanii Sheek Jamaal Ahmad Gulubee jedhama, Iddoon dhaloota isaanii Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessoo Araddaa Harammaroo Deeymaatti Bara 1973 ETC dhalatan, Umrii isaanii daa'imummaatti idduma dhaloota isaatti qur'aana barachuu eegalanii Sana booda Aanoota adda addaa kan Goodina harargee lixaa fi bahaa keessatti argaman hedduu ...

Duulli waraanaa Raafaa goolabamuutti dhihaateera jechuun waraana dhaabne jechuu miti- Neetaniyaahuu

Halaal islamic media Duulli waraanaa Raafaa goolabamuutti dhihaateera jechuun waraana dhaabne jechuu miti- Neetaniyaahuu Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamin Neetaniyaahuu duulli waraanaa bifa addaan Raafaa keessatti gaggeessaa turan goolabamuu ga'uu ibsuun kana jechuun garuu waraanni Gaazaa obba'e jechuu akka hin taane himaniiru.

Ganama kanarraa ka'ee hanga ammaatti namoonni 21 akka du'an gabaafame

Halaal islamic media haleellaa israa'il gaazaarratti raawwatteen ganama kanarraa qabee hanga ammaatti lammiileen filisxiin 21 ajjeefamuun gabaafamee onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti daa'imman kuma 21 gaazaa keeysatti akka ajjeefame ministeerri fayyaa gaazaa gabaasee jira

Masjiidul aqsaatti guyyaa arraa namoota kuma 30 caaluutu salaate

Halaal islamic media salaata juma'aa arraan tanaa masjiidul aqsaatti muslimoonni kuma 30 caalaan salaatuu tv falasxiin gabaasee jira

Halaal islamic media Tamsaasa kallattii Halaal radio live Ministeerri fayyaa gaazaa akka gabaasetti sa'aatiiwwan 24 dabarte keeysatti lubbuun lammiilee qulqulluu filisxiin 41 shahiiduu fi 102 ammoo madaawuu yoo himu walii gala gaazaa keessatti hanga ammaatti namoonni israa'iliin ajjeefaman 37337 yoo tahu Kan madaawan ammoo 85299 akka gahe gabaasee jira Rabbiin nasriidhaan haa dhaqqabu

Halaal radio tamsaasa kallattii

Halaal islamic media Halaal radio live Tamsaasa kallattii Halaal radio live Ministeerri fayyaa gaazaa akka gabaasetti sa'aatiiwwan 24 dabarte keeysatti lubbuun lammiilee qulqulluu filisxiin 41 shahiiduu fi 102 ammoo madaawuu yoo himu walii gala gaazaa keessatti hanga ammaatti namoonni israa'iliin ajjeefaman 37337 yoo tahu Kan madaawan ammoo 85299 akka gahe gabaasee jira Rabbiin nasriidhaan haa dhaqqabu

Lammiileen filisxiin lolarratti dhuman kuma 37 ol gahuun himame

Halaal islamic media Eega onkololeeysa 7 tii lammiileen filisxiin 37164 dhumuun himame Halaal media :ministeerri fayyaa gaazaa akka gabaasetti eega onkoleeysa 7ti lammiileen nagayaa gaazaa keeysatti ajjeefaman 37164 yoo tahu kan madaawe 84832 gahuu isaa gabaase Tamsaasa kallattii halaal radio dhaggeeyfachaa jirta yeroo! yeroo