Skip to main content

Posts

Showing posts from July, 2022

Kaarra makkalaa jabaattee jabaadhuu

Raadiyoo madda beekumsaa

Deeggarsi garee ka'umsa kheyrii haala kanaan ummata dhaqqabdee jirti

Raadiyoo madda beekumsaa

Garee khadiijaa ganda limmoo

Raadiyoo madda beekumsaa

Masjiinni nuurulislaam kunoo safarkaa kanarra jira

Raadiyoo madda beekumsaa

Simannaa barattoota kiyyaa kaarra makkalaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Sheekh mahdii aliyyii du'aa'ii garee masjiida nuurulislaamiif

Raadiyoo madda beekumsaa

Sirna badhaasaa barattoota keenyaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Du'aa'ii koreen masjiida corree goote

Raadiyoo madda beekumsaa

Sheekh ahmad guddoo fi sh jaabir abdallaa walduraa duubaan du'aa'ii godhanii jiranii hordofaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Seenaa abaa bakrii kutaa 1ffaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Cufaan madarasaa mu'aaz binu jabal haala kanaan raaweatee jira

Raadiyoo madda beekumsaa

Eyba cufaa mana barumsa madarasaa mu'aaz ibnu jabal irratti abbaa araddaa madda jaalalaa obbo mohammad jamaal daawwadhaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Birraa haaji alii walaloo ajaa'ibaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Gaafii fii deebii sheekh amiin ibrootii wajiin goone itti dhiyaadhaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Nashiidaa haaraya ustaaz gammachuu mohammad

Raadiyoo madda beekumsaa

Abdulaziiz ahmad umar fi gammachuu mohammad

Raadiyoo madda beekumsaa

Muraadii mohammad ahmad channel raadiyoo mb subscribe godhaa

Raadiyoo madda beekumsaa

Shekh yahyaa yuusuf

Raadiyoo madda beekumsaa

https://youtu.be/vDxuUOsivZE

Raadiyoo madda beekumsaa

Gosoota obsaa

Raadiyoo madda beekumsaa Gosoota Obsaa Obsii furtuu milkaa’innaa fi gammachuuti. Obsaan ala wanti ta’u tokkollee hin jiru. Obsa qabaachun nama hundarrattu dirqama.Akkuma Oromoon jedhu “Obsaan aannan goromsaa dhugaa.” Namni obsuu rakkoo fi carraaqi booda jireenya mijaawa jiraata. Akkuma goromsii aannan kennuuf yeroo fudhatu, firiin obsaas yeroo kan fudhatuudha. “Jarjaraan re’ee hin horu.” jedhe Oromoon. Namni obsuu dhiise jarjaruu jireenya gaarii hin jiraatu. Kanaafi obsii furtuu milkaa’innaa fi gammachuu jenne kaane. Obsa akaakuwwan saditti qoonne ilaalu dandeenya. Isaanis: ١. Rabbiin Gabbaruu fi ajaja Isaa hordofuu Rabbiin gabbaruu fi ajaja Isaa bakkaan gahuu jechuun hojii ibaada dirqama sitti ta’e yeroo hundaa sirna isaa eegde iklaasa fi beekumsaan hojjachuudha. Ibaadan yeroo hundaa (guyyaa guyyaan) hin hojjatamne gatii wayituu hin qabdu. Osoo ibaada yeroo hundaa hojjatameyyuu wantoota sodaachisaa lamatu jira. Jalqaba irratti, ibaadan nuti hojjannu Rabbiin gammachisuu fi itti dhi...