Skip to main content

Posts

Showing posts from May, 2024

Gareen kataa'ibul qassaam xalayaa booji'amtootaa maxxanse

Halaal islamic media Ammee:halaal media Booji'amtoonni israa'il kan hamaasiin ukkaanfamanii jiran xalayaa akka ergatanii jirantu gabaafame Akka xalayaan booji'amtootaa ibsitutti "Waa'ee keenya israa'il guutuun nuuf hubachuu qabdan dhumaatiin teenya akka harka nitniyaahoo hin taane addunyaadhatti nuuf iyyaa nuti nagaya barbaanna garuu adeemsi nitniyaahoo bahuu keenya hin barbaadu"

Ammee lola hamaas fi israa'il

Halaal islamic media Oduu halaal radio:caamsaa 31 2024 Sa'aatiiwwan 24,n dabarte keeysatti haleellaa waraana israa'iliin lammiileen filisxiin 60 wareegamanii 280 akka madaawan gabaafamee Lola garee waraana israa'ilii fi waraana hamaas jiddutti geggeeyfamaa kan jiru yoo tahu Onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti lammiileen filisxiin 36284 yoo shahiidan 82057 ammoo madaawanii akka jiran ministeera fayyaa gaazaarraa odeeyfanne

Oduu Ammee injifannoo mujaahidootaa

Halaal islamic media Oduu halaal radio:caamsaa 30 2024 Gareen mujaahidoota hamaas naannoo sa'aatiiwwan dabarte keeysatti lola fuulaa fi fuulaa waraana israa'il wajjiin geggeeysaa jiruun magaalaa raafaa naannawa adda addaa keeysatti tarkaanfii cululuqaa akka fudhate hime Tarkaanfii fudhateen 🔴joozar waraana israa'il 1 barbadeeysee jira 🔴taankii markaavaa ja'amtu 3 kallattiidhaan barbadeeysee jira Rasaasa qazaa'iful yaassiin 105 ja'amuun akkasuma meeshaa tanaadum ja'amuufi meeshaa lolaa adda addaatiin haleelee daaraa godhuu hime 🚫 waraana israa'il 2 kallattiidhaan haleellaa irratti raawwachuu hime Akkaataa itti haleele akkana jachuudhaan yoo himu "Naannawa magaalaa raafaa keessa isaanii mana tokko keessa dhokotee taa'aa jiru mujaahidoonni hamaas bakkumatti itti marsuudhaan meeshaa lolaa mudaaddatul afraad ja'amuun haleelee diina israa'il madoo dandammii hin qabnee fi du'aan adabee jiraachuu hime 🚫naannawa lixa magaalaa ...

qur'aana suuraa faatihaa

Halaal islamic media

keenyaan dhoorkaa uggura jimaarraa kaafte

Halaal islamic media

israa'il hawaasni guyyaa salaasaa boruu magaalaa telavivitti hiriira akka bahaniuf gaafatte

Halaal islamic media ammee | Israa’el Hayom: Israa’eloonni Kibxata boruu kana daandii Tel Aviv, Haifaa fi Galiilaa irratti waraanaan ummanni mormii waraana hamaas irratti akka hirmaatan gaafate. hawaasa hiriiraaf waammachuun mootummaa israa'il kan agarsiisu yeroo ammaan tanaa waraanni israa'il humni isaa laaffatee akka jiru ofirratti ragaa bahaa jiraa ja'ame

israa'il meeshaa irraa xumura fayyadamaa jirti

Halaal islamic media 🔴Kasaaraa guddaa konkolaattota waraanaa irratti mudatee fi du'a fi miidhaa cimaa loltoota Birgeedii Hidhannoo irraa mudateen booda Israa'el amma konkolaataa hidhannoo of ajjeesuu kana fayyadamuun sarara fuulduraa irratti qawwee otomaatikiin maashinii baattee, waan socho'u hunda irratti xiyyeeffachuuf, target dhoosuuf, . akkasumas gamoo mana jireenyaa dhoosuu. Israa'el lola itti fufuu akka dandeessuuf hafuura dhumaa baafachaa jirti, mul'atawwan Raafaa irraa

Anaashida barattoota madarasaa nuurulislaam kaarra makkalaa bara 2010 E.C

Halaal islamic media

Du'aa'ii tana aammiiin ja'aa

Halaal islamic media

Halaal media caamsaa 27 2024

Halaal islamic media Oduu ammee |Halaal media | caamsaa 27 2024 Gabaasaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Firaansiskaa Albaaneesii waa'ee Naannoo Falasxiin Al Jazeeraaf akka himtetti: Israa’el Gaazaa keessatti duguuggaa sanyii raawwachaa jirti - Wanti kaleessa #Raafaa keessatti ta'e lammiilee nagaa Gaazaa keessa jiraniif baay'ee sodaachisaa dha - Duguuggaan kun dhaabbachuu qaba ture, garuu sababa Israa'el lammii nagayaa lafarraa balleeysuu filatteefiidha malee kanaaf yeroo ammaan tanaa kana lolli akkuma itti fufetti jira 🍎Toora asii gadiitiin nuhordofaa🍎 https://whatsapp.com/channel/0029VaDZpFXGufJ08Q2alW0Q Appilcation Halaal media argachuuf⬇️ https://www.appcreator24.com/app2897380-0431rm https://zeno.fm/radio/halaal-radio-f46x/ Toora asii gadii kanaan tamsaasa keenya hordofaa 🇪🇹📻Halaal radio zeno fm https://stream.zeno.fm/rqx24qj7offvv 🇪🇹📻Halaal radio live online https://liveonlineradio.net/halaal-radio 🌐facebook page halaal radio htt...

Akkaataa halaal radio itti dhaggeeyfattan

Halaal islamic media

Ibsa haala yeroo irratti kenne sh jamaal aliyyii

Halaal islamic media