Skip to main content

Posts

Showing posts from November, 2023

Goottan gaazaa nashiidaa haaraya

Halaal islamic media

Ustaaz awwal qaasimii fi pastar abiggoo amantaa lameen walmaddii qabuudhaan

Halaal islamic media

Oduu sadaasa 28/2023 eegalee jira

Halaal islamic media

Murannoofi qalbii hiruu jidduu,carraafi gaddis jiraa beeki.

Halaal islamic media Murannoofi qalbii hiruu jidduu,carraafi gaddis jiraa beeki. ila Qalbii hirraan,kan murannoo qabutu si nyaataa beeki, qalbii hirraan,kan sirra dadhabaattu si hinjifataa argi, qalbii hirraan,ufii billawa ittiin kitimamtu ufitti qarattee dhiisi. Jaaloo Bineensi fiigichaan leenca caala furga’u heddutu jiraa xiinxalli,bineensi utaalchaan,qeerransa caalaa galda’u heddutu jiraa daawwadhu,wanti leencaafi qeerransi maqaa argatanii,uf kabajsiisanii,mootii tahanii,sodaa tokko malee,daggala mana godhatanii,sodaatamanii jiraataa jiraniif,gootummaa,ijjannoo,murannoofi ufitti amantii waan qabaniif,malee,guddinaaf Arbi jiraa laali, dheerinaaf sattawaan jiraa argi,ciminaaf gaalli jiraa taajjabi,wanti isaan kan fedhan dhadhoolaa jiraataniif, akka dandahan waan ufitti humanii,inni biraas itti amanee,nu moohachuu ni danda’an jedhee ufitti himeefii hubadhu. Obbolaa  Qalbii hirraan,uf duuba laaluu guddistaa beeki,imala fuula kee dura jiruuf,uf duuba sagal garagaluutti kaanaan,si dhi...

Amaloota hiriyyaa sobaa 10

Halaal islamic media Amaloota Hiriyaa Sobaa 10 !! 1 yeroo waa sirra barbbaadan qofa sitti haasawu gaafa ati barbbadu hin argaman gaafa ofiif sibarbbaadan malee! 2,gaarumma kee akka gowwummatti ilalaani sitti fayyadamuu barbbaadu gaafa waan barbbadan sirra dhaban siin ooduu, si cufu amala sitti jijjiiratu! 3,milkka, ina keetitti hin gammadan akka atti isaan dursite milkkoftu hin fadhan, ykn milkkaina isaani siitti odeesani. Akka sitti dhagahamu goddhu barbaadu!! 4.yeroo hunda gadi siqabu, bifa keetiin amaala kee qeequ, filannoo kee akka jibbitu si godhu walumaa galaattii akka gad aanttuummaan sitti dhagahamtu si godhu barbaadu!! Isaan malee ati akka fayidaa hin qabme godhani si duuba waa, e kee namoota birootiif odeesu!! 5.yeero siif hin kennan, siin dhageeffatan rakkoo isaani akka dhageeffattu barbaadu yeroo hunda Negative dha! Of jaalatu, amaala isaani hin beektu nijijjiramu, yeroo hunda sababa baayisu, gaafa ati barbaaddu amaala akkasitti agarsiisu icitii kee sirra baasu barbaadu, g...

Walaloo ajaa'ibaa ustaaz gammachuu mohammed

Halaal islamic media

Abuu ubeeydaan taankii israa'il 15 barbadeeyauu hime

Halaal islamic media Abuu ubeeydaa:sa'aatii 24 darban keessatti mujaahidoonni al qassaam gargaarsa khaaliqaatiin konkolaataa waraanaa 15 qarqara mooraa al shaatii fi beytal hanuun keessatti guutumaa guututti barbadeeysuu hime akkasuma humnoota shiftaa israa'il irratti tarkaanfii laaleeysaa fudhateen garee weerartuu irraa baayyinaan barbadeeysuu hime  Yeroo ammaan tanaa kanatti lola jabaa keessatti diinota israa'iliin kokkee walqabanii jiraachuu hima

Oduu ammee daarikterri hospitaala al owda

Halaal islamic media Oduu ammee  Daarektarri hospitaala al awdaa  guyyaa kaleeysaa Sababaa boonbii israa'il mooraa hospitaalichaa keessatti darbatsmte yoo tahu yeroo kana dhukkubsattoonni achi keessa jiran 80% dubartootaa fi daa'iman yoo tahu hojii itti fifuuf waan danda'amu hunda godhaa jirra garuu erga boba'aan nu jalaa dhumee booda wanti nuti godhuu dandeenyu hin qabnu

Gaazaa keessatti namootni 10,000 ol ajjeefaman’

Halaal islamic media sadaasa 6/2023 Israa’el haleellaa qilleensaa erga eegaltee as Gaazaa keessatti lakkoofsi namootni ajjeefamanii 10,022 ga'uusaa Ministeerri Fayyaa Gaazaa ibse. Ibsi kun kan bahe Isra’eel kaleessa halkan haleelllaa cimaa gaggeessitee hordofeeti. Humni waraanaa Israa’eel haleellaa kanaan wiirtuu waraanaa Hamaas dabalatee bakkeewwan xiyyeeffannoo dhibba hedduu rukutuu ibse. Hogganaan hospitaalaa guddichaa magaalaa Gaazaa akka BBC’tti himeetti kaleessa halkan namootni 200 ta’an ajjeefamaniiru. Dhabbileen namoomaa UN fi tola ooltummaa, “ajjeechaan hamaa” lammilee nagaa Gazaarratti gaggeefamaa jiru “kan nama aarsudha” jedhan. Namoota ajjeefaman keessa kumaatamaan kan lakka’aman ijoollee akka ta’an yaadama. Pirezedantii US Joo Baayden dabalatee namootni siyaasaa tokko tokko, lakkoofsi namoota du’anii Ministeera Fayyaa Gaazaan ibsamuu dhugaa ta’uufi dhiisuusaa gaaffii kaasaniiru. Kanarratti Dhaabbatti Fayyaa Addunyaa lakkoofsi kun kan amanamuu ta’uu isaa ibse. Akkuma dh...

Masjiidaa dooraala 2240 usd taasise

SAGANTAA MIIDIYAA MB Abdul aziiz ahmad umar dooraala amerkaa 2240 usd masjiida musaap magaalaa correetiif gaafa guyyaa onkloleeysa 25/2/2016 sadaasa 5/11/2023 taasisee jira  Maashaa allaah tabaarakallaah

Waraana seenaa keessatti barsiifamuufi Yaadatamu lolla'' jechuun dubbii himaan Hamaas dhaadatan.

SAGANTAA MIIDIYAA MB ''''Waraana seenaa keessatti barsiifamuufi Yaadatamu lolla'' jechuun dubbii himaan Hamaas dhaadatan. Halaal tv (sad 4/2023) Finfinnee Dubbii himaan Birgeedii waraana Hamaas kan Al-Qasaam lola Israa'el waliin gaggeessa jirru kanaan waraana seenaa keessatti barsiifamuu fi yaadatamu lolla jedhan. Hogganaan humna ittisa Israa’el Gallant immoo dhuma waraana kanaa irratti 'Hamas wanti jedhamu akka hin jiraannee tochina jennee Ameerikaa waliin walii galleerra' jedhan. Gallant itti dabaluun Gaazaa keessatti ammoo injifannoo argachuuf qophoofneerra jedhe.   Amma laakkofsi namoota ajjeefamanii 9500 ol dhaqqabeera. Isaan keessaa daa'immaan 3900 tu ajjeefamaniiru jedhan ogeeyyiiin fayyaa Gaazaa. Israa'el hardha qofa haleellaa ambulaansii irratti naannoo Hospitaala Al-Shifaa irratti raawwateen lubbuun namoota 15 galaafattee jirti. Israa’el garuu ambulaansiin rukutame loltoota Hamaas fe'ee haleelle jette. Dubbi himaan Ministe...

Hasan Nasrallaah: Dursaan Hezbollaah Libaanos raasuufi yaadoon Israa'e kan ta'e eenyu?

SAGANTAA MIIDIYAA MB Libaanosifi qabsoo hidhannootti deebi'uu Haasaan Nasraallaah waggaa 16tti gara Naajaafaatiitti baqate. Yeroo sanatti Iraaqi biyya waggoota digdamaaf warraaqsa waliitti fufaa, fonqolcha ajjeechaan ittii raawwatameefi ajjeechaawwan siyaasaa waan mudateef tasgabbooftuiu hin turre. Yeroo sanatti Haasaan al-Baakar aangoorra kan turan ta'ulleen, Saadaam Husseen, ittaanaa pirezidantii Iraaqi yeroo sanaa, garuu beekkamtii olaanaa argatan. Haasaan Nasraallaah wagga lamaaf qofa Naajaaf keessa akkuma tureen, dureewwan Paartii Baa’aath fi Saadaam Shiyaa dadhabsiisuuf tarkaanfii dabalataa fudhachu akka qaban waliigalteerra gahan. Murteessaa saanii keessaa tokko barattoota Libaanos seeminaarawwan Shiyaa Iqaaqi irraa ari’achu ture. Haasaan Nasraallaah wagga lama qofaaf Naajaaf keessatti barate biyyattii bahuuf dirqamulleen, achu turuunsaa garuu jireenya dargagummaasaa irratti dhiibbaa olaanaa taasiseera. Naajaaf keessatti dursaa amantaa gara biraa Abbaas Musaavii jedhamuu...

Garee waraan libaanoos hizbullaan bakka waraanaa israa'il 19 irratti xiyyeeyfachuu beeysifte

SAGANTAA MIIDIYAA MB Gareen Libaanos fi Israa’el torban hedduudhaaf ibiddaan gubachaa ture. Kuusaa Hizbullaah Libaanos, Kamisa galgala, iddoowwan waraanaa Israa’el 19 misaa’elaa fi dirooniidhaan irratti xiyyeeffachuu isaa kan beeksise yoo ta’u, kunis yeroo jalqabaaf diroonii fayyadamuun bakka Israa’el rukutuu wajjin wal-simu, yeroo Tel Aviv erga fuulduraa irraa kaasee hanga ammaatti dhukaasa meeshaa waraanaa cimaa ta’een deebii kenneetti torban muraasa dura dhoohe. Hizbullaah , kan Iraan deeggaru , ibsa baaseen miseensonni isaa yeroo tokkotti sa’aatii biyya keessaa sa’aatii 3:30 p.m.tti iddoowwan waraanaa Israa’el 19 irratti “misaa’ela qajeelfama qabuun, dhukaasa meeshaa waraanaa fi meeshaa waraanaa kallattiin” xiyyeeffachuu isaanii ibseera . Itti dabaluudhaanis, namoonni qawwee qaban kallattiin marsariitiiwwan Israa'el irratti rukuttaa akka argatan dubbataniiru. Garuu hanga ammaatti ibsi Israa'el gama kanaan hin baane. Iddoowwan irratti xiyyeeffataman kunneen gara dhihaatti Ra...