بسم الله الرحمن الحيم Duraan dursee assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh Kabajamtoota hawaasa muslimaa biyya keysaa fi alaa arra dhimma hatattamaatiif gama kheysan dhufneeti jirraa Iddoon tun yeroo duraaniitiif gibbii abaraachii ja'amuudhaan beekkamtii bakki isiin itti argamtu naannawa magaalaa dirree dhawaa malkaa jabduu 01 keysatti argamtii yeroo ammaa markaza daarul iimaaniitu hifzii qur'aanaa itti barsiisaa jira osuma kun kanaan jiruu warri amantaa peenxeedhaa miliyeena 25n gubbaan bituudhaaf gaafachaa jiruu Iddoon qur'aanni rabbii itti barsiifamuu jalqabe jarattiidhaan dhuunfatamuun maqaa keenyaan waan hin malleef muslimni keysaa fi alaa waan dandeeysanii markaza kana akka bira dhaabbattan maqaa rabbii guddaatiin isin gaafannaa Markaza kana gargaaruudhaaf lakkoofsa acounti bankii hojii gamtaa 1027600109102 maqaan markaza daarul iimaan lakkoofsa 1 kan hifzii qur'aanaa dirree dhawaa malkaa jabduu Yaada dabalataatiif Itti gaafatamtoota koree markaza kanaa ...