Skip to main content

Posts

Featured

Poolisiin Federaalaa miseensa gocha namuusa poolisiin ala ta'e raawwate to'annaa jala oolche

Halaal islamic media Poolisiin Federaalaa miseensa gocha namuusa poolisiin ala ta'e raawwate to'annaa jala oolche Halaal media: Shawwaal 15/1445 Poolisiin Federaalaa miseensa isaa Saajinii itti aanaa Taammanaa Dubbaalee gocha namuusa poolisiin ala ta'e raawwachuusaan to'annaa jala oolchuu beeksiseera. Poolisiin Federaalaa ibsa miidiyaaf ergeen Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa amantii hundaaf kabaja walqixa akka qabu himeera. Poolisiin Federaalaa loogii amantii, sabummaafi siyaasa kamirraayyu bilisa ta'uun heddummina duudhaa kan taasifate dhaabbata uummataa ta'uus beeksiseera. Yunivarsiitii Poolisii Federaalaatti miseensa kan ta'e Saajinii itti aanaa Taammanaa Dubbaalee miseensa haaraa akka filuuf gara naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa aanaa Gezee Goofaatti yeroo ergametti Amajjii 05, 2016 Mana Amantaa Ortodoksii Keechoo Wazee Qulqulluu Baalawalditti argamuun uffata dambii Poolisii Federaalaa uffatee faarfannaa amantii faarfachuun uummata fuu

Latest posts

Eega lolli eegalee guyyaa 200 gahuun himame

Oduu: Bidiruun godaantota Itoophiyaa fe'e garagaluun lubbuun namoota 16 darbe

Haleellaa Israa’eliin haadha duute keessaa ilmoon baraaramteSabreen haadha ulfa ji'a torbaa fi walakkaa turte.

Nashiidaa haaraya ustaaz gammachuu mohammad

Sheikh ahmad guddoon dirree iidaa kaarra makkalaa irratti gorsa bareedaa taasise

Universty colonmiyaa keessatti hiriirri mormii filisxiin deeggaru geggeeyfame

Oduu halaal media muddee 30 2023

Oduu Hm muddee 25 2023

Oduu halaal media muddee 24 2023

Oduu/news halaal media muddee 24 2023