Skip to main content

Posts

Abaan ustaaz raayyaa abbaa maccaa gara aakhiraa godaananiiru

إنا لله وانا اليه راجعون Innaalillahi wainnaileyhi raajiu’un ኢናሊላህ ወእና ኢለይህ ራጅኡን Abbaan obboleessa keenya Raayyaa gara Akhiraa deemaniiru የወንድማችን የራያ አባ መጫ አባት ወደ አኽራ ሄዷል انتقل إلى رحمة الله والد أخينا رايا ابا مچا الى رحمة الله

Waamicha tumsa markaza daaruliimaan

بسم الله الرحمن الحيم Duraan dursee assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh Kabajamtoota hawaasa muslimaa biyya keysaa fi alaa arra dhimma hatattamaatiif gama kheysan dhufneeti jirraa Iddoon tun yeroo duraaniitiif gibbii abaraachii ja'amuudhaan beekkamtii bakki isiin itti argamtu naannawa magaalaa dirree dhawaa malkaa jabduu 01 keysatti argamtii yeroo ammaa markaza daarul iimaaniitu hifzii qur'aanaa itti barsiisaa jira osuma kun kanaan jiruu warri amantaa peenxeedhaa miliyeena 25n gubbaan bituudhaaf gaafachaa jiruu Iddoon qur'aanni rabbii itti barsiifamuu jalqabe jarattiidhaan dhuunfatamuun maqaa keenyaan waan hin malleef muslimni keysaa fi alaa waan dandeeysanii markaza kana akka bira dhaabbattan maqaa rabbii guddaatiin isin gaafannaa Markaza kana gargaaruudhaaf lakkoofsa acounti bankii hojii gamtaa 1027600109102 maqaan markaza daarul iimaan lakkoofsa 1 kan hifzii qur'aanaa dirree dhawaa malkaa jabduu Yaada dabalataatiif Itti gaafatamtoota koree markaza kanaa...

Adawwii islaamaa tanaatu garaa gube

Raadiyoo madda beekumsaa

Walaloo haaraya fitinaa ajjuuzaa ustaaz gammachuu mohammad

Raadiyoo madda beekumsaa Fitinaa ajjuuzaa Walaloo waa'ee bultii Mata dureen #Hinaaftuu_ajjuuztittii Namni na tuffatuus Bifa kiyya laalee ✌an if hin tuffadhuu Arraas akka khalee ✌jette jettee namaa If jalaa shakhaalee ✌kaayyoo khoo jalqabaa Fuulduratti laalee ✌rabbiin gargaarfadhee Hojjachuuf eegalee ✌if duraa fageeysaa Daandiirraa gufuulee ✌galmaan numaan gayaa Rabbirraa kajeelee ✌osoon lubbuun jiruu Hin dhiisu yoomillee 2x 🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🅾🎶🎶 🅾deemsa koo jalqabee Kunoo seene karaa 🅾nurraa qabi jachaa Yaa rabbi khasaaraa 🅾nuun didi ammallee Hiraarii fii aara 🅾nun mudin yaa rabbi Imaltoota garaa 🅾warra sisaahibu Gaaf ati tujjaaraa 🅾kan sidhabamsiisu Sirraa dhabnaan riiraa 🅾warra kaayyoon saanii Guddoon taateef garaa 🅾bakkaa sihaquudhaaf Kan sin yaadu shira 🅾yaarabbi simmagan Warroottan kanarraa 2x 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘👉hedduudhaatu jiraa Kan baayyee rakkiftee 👉garanaa garasii afaan Wallaalchiftee 👉hogguu osoo yaaduu Achumaan maraatee 👉osoo if tuffa...

Studio media mb

MIIDIYAA MB

Muhaadaraa makkalaa

Raadiyoo madda beekumsaa