بسم الله الرحمن الحيم
Duraan dursee assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh
Kabajamtoota hawaasa muslimaa biyya keysaa fi alaa arra dhimma hatattamaatiif gama kheysan dhufneeti jirraa
Iddoon tun yeroo duraaniitiif gibbii abaraachii ja'amuudhaan beekkamtii bakki isiin itti argamtu naannawa magaalaa dirree dhawaa malkaa jabduu 01 keysatti argamtii yeroo ammaa markaza daarul iimaaniitu hifzii qur'aanaa itti barsiisaa jira osuma kun kanaan jiruu warri amantaa peenxeedhaa miliyeena 25n gubbaan bituudhaaf gaafachaa jiruu
Iddoon qur'aanni rabbii itti barsiifamuu jalqabe jarattiidhaan dhuunfatamuun maqaa keenyaan waan hin malleef muslimni keysaa fi alaa waan dandeeysanii markaza kana akka bira dhaabbattan maqaa rabbii guddaatiin isin gaafannaa
Markaza kana gargaaruudhaaf lakkoofsa acounti bankii hojii gamtaa
1027600109102 maqaan markaza daarul iimaan lakkoofsa 1 kan hifzii qur'aanaa dirree dhawaa malkaa jabduu
Yaada dabalataatiif
Itti gaafatamtoota koree markaza kanaa
Lakkoofsa bilbilaa
Bil:0915002488 sheikh mohammad abdallaa
Ykn lks bil:0923191457 nuuraddin ahmad
Ammaas lks bil:0938901394 mu'aaz abdallaah
0902583312 nasraddiin abdallaa ykn baabaa
Waan qabnuun dirmannee qur'aana rabbiitiif haa tumsinuu
Wassalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh
Halaal islamic media podcast

Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com