Skip to main content

Posts

Dhaamsa tokkummaa ustaaz abuu mu'aaz

SAGANTAA MIIDIYAA MB

Oduu mb fuulbana 18 2023

SAGANTAA MIIDIYAA MB

Oduu mb fuulbana 16 2023

SAGANTAA MIIDIYAA MB

Kantiibaa bulchiinsa magaalaa qobboo muslimni hundi baga geeysan ja'a

SAGANTAA MIIDIYAA MB ERGAA BAGA GEESSANII 𝐀yyaana 𝐈𝐒𝐝-𝐀π₯ π€ππšπ‘πšπš(π€π«πšπŸπšπš) 𝐖aggaa 1444𝐟𝐟𝐚𝐚: πŸŒ™πŸŒ™πŸŒ™ πŸŒ™πŸŒ™πŸŒ™ πŸŒ™πŸŒ™ πŸŒ™πŸŒ™☑️🀲 Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Qobboo Obbo Khalid Eisa hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hordoftoonni amantaa Islaamaa MagaalΓ a teenyaa fi guutuu addunyaa Hundi baga guyyaa kabajamaa ayyaana Iid Al Adahaa akka lakkoofsa hijiraa waggaa 1444ffaa nagaan geessan, baga geenye . Ayyaanni Iid Al Adahaa hordoftoota amantaa Islaamaa biratti ayyaana guddaa,araaramaa fi kabajamaadha.  Guyyaan kun akkuma Nabi Ibraahim ajaja Rabbii isaa guutee araaraa fi dhiifama argate qajeeltoo amantaa Islaamaa kan ta’e jaalala labsuu, tokkummaa jabeessuu, nageenya mirkaneessuu, obbolummaa dagaagsuu fi tola ooltummaa aadessuudhaan daandii milkaa'inaatti waliin qajeeluun ergama guddaa hordoftoota amantaa Islaamaa fi hawaasa Magaalaa Teenyaa hunda irraa eegamuudha.  Hawaasni Magaalaa teenyaa sadarkaa adda addaatti argam...

Subscribe godhaa

Raadiyoo madda beekumsaa