SAGANTAA MIIDIYAA MB ERGAA BAGA GEESSANII πyyaana ππ’π-ππ₯ ππππ‘ππ(ππ«ππππ) πaggaa 1444ππππ: πππ πππ ππ ππ☑️π€² Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Qobboo Obbo Khalid Eisa hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hordoftoonni amantaa Islaamaa MagaalΓ a teenyaa fi guutuu addunyaa Hundi baga guyyaa kabajamaa ayyaana Iid Al Adahaa akka lakkoofsa hijiraa waggaa 1444ffaa nagaan geessan, baga geenye . Ayyaanni Iid Al Adahaa hordoftoota amantaa Islaamaa biratti ayyaana guddaa,araaramaa fi kabajamaadha. Guyyaan kun akkuma Nabi Ibraahim ajaja Rabbii isaa guutee araaraa fi dhiifama argate qajeeltoo amantaa Islaamaa kan ta’e jaalala labsuu, tokkummaa jabeessuu, nageenya mirkaneessuu, obbolummaa dagaagsuu fi tola ooltummaa aadessuudhaan daandii milkaa'inaatti waliin qajeeluun ergama guddaa hordoftoota amantaa Islaamaa fi hawaasa Magaalaa Teenyaa hunda irraa eegamuudha. Hawaasni Magaalaa teenyaa sadarkaa adda addaatti argam...