Raadiyoo madda beekumsaa
Guyyaa 20-4-2021
Sagantaa bohartii masjiida kaarra makkalaa tan guyyaa salaasaa(kipxataa)
MATA DUREE ODUU
πnamoonni hedduun soomana gara duraa jabaatee boodarra laaffachaa dhufuun beekkamee
Ballina balballoomii tanaa
Raabsaa toltuu itti dhiyaadhaa
πππππππππ
πgariin namaa osoo salaata quban qabne soomna qofa soomanaa jiraachuun beekkamee jira
Ballina akka gadii kanaa itti dhiyaadhaa
πGariin namaa osoo salaata quban qabne soomna qofa soomanaa jiraachuun beekkamee jira
Akka maddeen keenya ganda keeysaa nuuf himaa jurutti irra hedduun namaa islaaminnaan soomana qofa akka waan taatee hubateetitti
Osoo qeebalamuu fii qeebalamuu dhabuu isiituu hin beekin soomanuma qofaan rabbi gabbaraa jiraachuun himamee
Akka beeytoonni islaamaa dubbii tanarratti ibsa kennanitti
Islaaminnaan soomana qofaan akka hin dhaabbanne dubbatanii jiran
Itti dabaluudhaan beeytoonni islaamaa akka dubbatanitti namoonni soomana qofaan rabbi gabbaraa jiran soomanni isaanii irraa qeebalamaa akka hin jirree fi akka harree cancalaan oolteeti jachuun soomanni isaa bilaash akka tahe dubbatanii
nutiis asumaan
Akka arkaana islaamaa guuttatanii soomanni isaanii irraa qeebalamu jabeeysineeti dhaamnaafi
Gabaasa qindaaweef
Yaadachiisaa kheyrii
Masjiida kaarra makkalaarraahii
Halaal islamic media podcast
Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com