Gaaf tokko namicha tokko jalaa qarshiin 1500 badde
Barbaachaan mana hunda waliin gehee dhabe
Yeroo kana akkam je'e seetan
*yaa rabbi qarshii tana naaf mullisi gaafa ati naaf mullifte qarshii tanarraa 1000 siifiin kannaahii je'e
Yeroo kana mucaa xiqqaa tokkootu bira jira mucaan akkana je'e
*hay yaa abbaa ati irra xiqqaa fudhattee irraa guddaa rabbiif kennitaa je'een mucaan
*abbaa* us ati haa numa mullisuu gaafa mullise akkaan godhu anuu niin beekhaa je'een*
Way ajaa'iba namoonni akkanatti yaadu kan rabbii kana niin sossobaa je'ee yaadu hedduudha.
Mee osoo isin taate
Gurbaa kanaan maal jettu?________________
Deebii keessan comentii keessa nuuf kaaya
RAMADAN MUBAARAK
Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com