Raadiyoo madda beekumsaa
Post Top Ad
Responsive Ads Here
Wednesday, May 12, 2021
Home
Unlabelled
Baranaa hedduu gammannee yaa rabbii kheenyaa 2x Kan nurraa khaafte wayyaanee diinota keenyaa Nurrattin deebisin ammaas fuutee nafxanyaa 2x 💪alhamamduulillaahii jennaa Galata kheetii 💪khan murraa galchite wayyaanee maqalettii 💪nafxanyaan nurra ddeebi'uuf Foolachaa jirtii 💪ifwallaale qaallichiniis gale Jarattii 💪ajajaa saanii fudhatee Gad fiduuf nutti 💪lammiitoo hiraarsaa jiraa Bakkayyumattii 💪zaalimaa nurran tursiisin Yaa rabbii kheenyaa 💪nurrattin deebisin ammaas Fuutee nafxanyaa 2x 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪yoon kaasee hawaasa Kheenyaa akka fakkeenyaa 💪jachuun koo himuu fedheetii Waa'ee nafxanyaa 😯yaadachaa waan nurraan Gahan gocha hammeenyaa 😯ajjeesee taan harma muree Dubartii teenyaa 😯hedduudhaas nujalaa fixee Hayyoota kheenyaa 😯tuttuqeemaaf nuyaadachiisa Madaa teenyaa 😯nurrattin deebisin ammaas fuutee Nafxanyaa 2x 😯😯😯😯😯😯😯😯😯😯😯💪jabaadhaarabbi khadhadhaa Hawaasa kheenyaa 💪kan wayyaanee nurraa Kaasee khaaliqni kheenyaa 💪waggaa dhiibbaaf shantam Gabroome hawaasni kheenyaa 💪wannikkaan barbaachisaa Dhaa tokkummaa teenyaa 💪nuti jaabaannaan nugargaar A rabbiin kheenyaa 💪haa jabeeysinu khadhachuu khaaliqa kheenyaa 💪nurratti deebisin ammaas Fuutee nafxanyaa 2x 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪yoo ammoo nuti waldinnee Walfaallaa yaanee 💪beeytotaa kheenyaaf Hinaafnee hordofuu dinnee 💪khan qabnee beekkomsa Guddaa beekhaa if goonee 💪wallaalaan geggeeysaa Taanee karaarraa meynee 💪hoongoynee hawaasa kheenyallee hoongeeysinee 💪hin barbaannu haalakkanaa Hawaasa kheenyaa 💪nurrattin deebisin ammaas Fuutee nafxanyaa 2x 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪 @ifaaislaamaa

Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Post Bottom Ad
Responsive Ads Here
Author Details
Templatesyard is a blogger resources site is a provider of high quality blogger template with premium looking layout and robust design. The main mission of templatesyard is to provide the best quality blogger templates which are professionally designed and perfectlly seo optimized to deliver best result for your blog.

No comments:
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com