Raadiyoo madda beekumsaa
Post Top Ad
Responsive Ads Here
Tuesday, May 11, 2021
Home
Unlabelled
#Mee gara Rabbii haa deebinu zikrii armaan gadii sirriitti xiinxalaa bu'aa guddaa irraa argachuu dandeenya. *************** Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Namni guyyaa tokkotti marsaa dhibba 'Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah, Lahulmulku walahul hamdu wahuwa alaa kulli shay'in qadiir' jedhe bu'aa shanan armaan gadii argata: 1. Mindaa nama gabra kudhan bilisoomsee. 2. Toltuun dhibbi tokko isaaf barreeffamti. 3. Hamtuun dhibbi tokko isarraa haqamti. 4. Guyyaa isaa sana hanga dhihutti shayxaana irraa tika isaaf taati. 5. Namni kamuu guyyaa Qiyaamaa hojii isa caalu fudhatee hin dhufu nama jechattii kana isaa ol jedhe malee. Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. Hiikti zikrichaa 'Dhugaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru, Inni tokkicha hiriyyaa hin qabne, Mootummaan kan Isaati, Faaruunis kan Isaati, Inni waan hundayyuu danda'aadha jechuudha. #Guyyaatti osomaa sunnaa biraa dadhabdee zikrii kana sirriitti yeroo dhibba tokko jettee qaawwa jiru siif cufa. #Rabbiin nu haa milkessu

Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Post Bottom Ad
Responsive Ads Here
Author Details
Templatesyard is a blogger resources site is a provider of high quality blogger template with premium looking layout and robust design. The main mission of templatesyard is to provide the best quality blogger templates which are professionally designed and perfectlly seo optimized to deliver best result for your blog.

No comments:
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com