Raadiyoo mb#Mee gara Rabbii haa deebinu zikrii armaan gadii sirriitti xiinxalaa bu'aa guddaa irraa argachuu dandeenya. *************** Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Namni guyyaa tokkotti marsaa dhibba 'Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah, Lahulmulku walahul hamdu wahuwa alaa kulli shay'in qadiir' jedhe bu'aa shanan armaan gadii argata: 1. Mindaa nama gabra kudhan bilisoomsee. 2. Toltuun dhibbi tokko isaaf barreeffamti. 3. Hamtuun dhibbi tokko isarraa haqamti. 4. Guyyaa isaa sana hanga dhihutti shayxaana irraa tika isaaf taati. 5. Namni kamuu guyyaa Qiyaamaa hojii isa caalu fudhatee hin dhufu nama jechattii kana isaa ol jedhe malee. Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. Hiikti zikrichaa 'Dhugaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru, Inni tokkicha hiriyyaa hin qabne, Mootummaan kan Isaati, Faaruunis kan Isaati, Inni waan hundayyuu danda'aadha jechuudha. #Guyyaatti osomaa sunnaa biraa dadhabdee zikrii kana sirriitti yeroo dhibba tokko jettee qaawwa jiru siif cufa. #Rabbiin nu haa milkessu - halaal radio live

Halaal islamic media podcast

Oduu Haaraya Ammee

Home Top Ad

Responsive Ads Here

Post Top Ad

Responsive Ads Here

Tuesday, May 11, 2021

Raadiyoo mb#Mee gara Rabbii haa deebinu zikrii armaan gadii sirriitti xiinxalaa bu'aa guddaa irraa argachuu dandeenya. *************** Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Namni guyyaa tokkotti marsaa dhibba 'Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah, Lahulmulku walahul hamdu wahuwa alaa kulli shay'in qadiir' jedhe bu'aa shanan armaan gadii argata: 1. Mindaa nama gabra kudhan bilisoomsee. 2. Toltuun dhibbi tokko isaaf barreeffamti. 3. Hamtuun dhibbi tokko isarraa haqamti. 4. Guyyaa isaa sana hanga dhihutti shayxaana irraa tika isaaf taati. 5. Namni kamuu guyyaa Qiyaamaa hojii isa caalu fudhatee hin dhufu nama jechattii kana isaa ol jedhe malee. Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. Hiikti zikrichaa 'Dhugaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru, Inni tokkicha hiriyyaa hin qabne, Mootummaan kan Isaati, Faaruunis kan Isaati, Inni waan hundayyuu danda'aadha jechuudha. #Guyyaatti osomaa sunnaa biraa dadhabdee zikrii kana sirriitti yeroo dhibba tokko jettee qaawwa jiru siif cufa. #Rabbiin nu haa milkessu

Raadiyoo madda beekumsaa

No comments:

Post a Comment

raadiyoomb@gmail.com

Post Bottom Ad

Responsive Ads Here

Pages