Seenaa namni hundi dubbisuu qabu dhiira moo Shamarrantu irra garaa laafa? dubbisaa share ====≠==≠========================= Gurbaan warra baadiyyaa tokko intala abbeeraa isaa fuudhee Rabbiin ilmaan dhiiraa 9 isa razzaqe garuu kan kudhanaffaa dhaltuudha intala Dubartiin gammachiifame Yeroo Rabbiin intala Dubartiin isa razzaqe Ni gadde gadda jabaa, ihaanummaattu itti dhagahame iyyee akkana jedha ture yaa "Halkan kiyya gurraacha jedhee iyyaa haalkan mucaa dubraa argate san jaartii isaatiin gammachuu addaan muree ija lolaatiin ishii ilaaluu eegale waan akka ishiin ofii uumtee Guyyaan deemee waggaan fagaatee abbaan kun dulloomee humnallee dhabee ijallee dhabee ilmaan isaa saglan fuudhanii jieenya isaaniitiin busy ta'anii abbaa isaaniillee dagatan intalli isaatis ni heerumte garuu oduu dhageesse waan abbaan ishii irra jiru achumaa kaatee gara abbaa ishii dhuftee ol itti seentee mana irraa qulqulleessitee huccuu miicciteefii qaama isaa irra dhiqxee nyaata dalaydee nyaachiftee jaarsi raahaa ajaa'ibaa kan amma dura raahessee hin beeknettu itti dhagahame itti dhihaattee yeroo qoricha /dawaa/ obaaftu harkaan qabee eenyu ati yaa intala too gaarii jedhee gaafate? Haala imimmaan mallaa ishee irra harca'uun ni jetteen Ani halkan kee gurraacha yaa Abbaa!! 😢 Ni beeke akka intala isaa taate innis boohichaan kan dhukka'e tahe Abbaan sun ni seenahe akka malee, Akkaan nadaamee deddeebihee boohee, intala isaa dhiifama gaafate haala mataa gadi qabatee boohuun dhiifama naaf godhi yaa intala too jedhee san booda jiruu isaa guutuu iyya ture jedhan Nadaanaa Namni intala durbaa dhale nama milkahe isaantu irra garaa laafa dhiiroota irra Rabbiin ilmaan gaggaarii isin haa razzaquu yoo dubbiftan share waliif godhaa Galatoomaa Raadiyoo madda beekumsaa - halaal radio live

Halaal islamic media podcast

Oduu Haaraya Ammee

Home Top Ad

Responsive Ads Here

Post Top Ad

Responsive Ads Here

Wednesday, May 12, 2021

Seenaa namni hundi dubbisuu qabu dhiira moo Shamarrantu irra garaa laafa? dubbisaa share ====≠==≠========================= Gurbaan warra baadiyyaa tokko intala abbeeraa isaa fuudhee Rabbiin ilmaan dhiiraa 9 isa razzaqe garuu kan kudhanaffaa dhaltuudha intala Dubartiin gammachiifame Yeroo Rabbiin intala Dubartiin isa razzaqe Ni gadde gadda jabaa, ihaanummaattu itti dhagahame iyyee akkana jedha ture yaa "Halkan kiyya gurraacha jedhee iyyaa haalkan mucaa dubraa argate san jaartii isaatiin gammachuu addaan muree ija lolaatiin ishii ilaaluu eegale waan akka ishiin ofii uumtee Guyyaan deemee waggaan fagaatee abbaan kun dulloomee humnallee dhabee ijallee dhabee ilmaan isaa saglan fuudhanii jieenya isaaniitiin busy ta'anii abbaa isaaniillee dagatan intalli isaatis ni heerumte garuu oduu dhageesse waan abbaan ishii irra jiru achumaa kaatee gara abbaa ishii dhuftee ol itti seentee mana irraa qulqulleessitee huccuu miicciteefii qaama isaa irra dhiqxee nyaata dalaydee nyaachiftee jaarsi raahaa ajaa'ibaa kan amma dura raahessee hin beeknettu itti dhagahame itti dhihaattee yeroo qoricha /dawaa/ obaaftu harkaan qabee eenyu ati yaa intala too gaarii jedhee gaafate? Haala imimmaan mallaa ishee irra harca'uun ni jetteen Ani halkan kee gurraacha yaa Abbaa!! 😢 Ni beeke akka intala isaa taate innis boohichaan kan dhukka'e tahe Abbaan sun ni seenahe akka malee, Akkaan nadaamee deddeebihee boohee, intala isaa dhiifama gaafate haala mataa gadi qabatee boohuun dhiifama naaf godhi yaa intala too jedhee san booda jiruu isaa guutuu iyya ture jedhan Nadaanaa Namni intala durbaa dhale nama milkahe isaantu irra garaa laafa dhiiroota irra Rabbiin ilmaan gaggaarii isin haa razzaquu yoo dubbiftan share waliif godhaa Galatoomaa Raadiyoo madda beekumsaa

Raadiyoo madda beekumsaa

No comments:

Post a Comment

raadiyoomb@gmail.com

Post Bottom Ad

Responsive Ads Here

Pages