Skip to main content

Abuu ubeeydaan taankii israa'il 15 barbadeeyauu hime

Halaal islamic media
Abuu ubeeydaa:sa'aatii 24 darban keessatti mujaahidoonni al qassaam gargaarsa khaaliqaatiin konkolaataa waraanaa 15 qarqara mooraa al shaatii fi beytal hanuun keessatti guutumaa guututti barbadeeysuu hime akkasuma humnoota shiftaa israa'il irratti tarkaanfii laaleeysaa fudhateen garee weerartuu irraa baayyinaan barbadeeysuu hime 
Yeroo ammaan tanaa kanatti lola jabaa keessatti diinota israa'iliin kokkee walqabanii jiraachuu hima


Comments

Popular posts from this blog

Beeysisa markaza daaruliimaan #imo

Halaal islamic media

Hanga ammaatti gaasixeeystoonni 153 gaazaa keessatti du'an

Halaal islamic media lolli gaazaa keeysatti onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti gaasixeeysitoonni 153 akka dhuman gabaafame gaasixeeysitoonni kunneen haleellaa humnoota israa'iliin akka dhuman al jazeeraan irra deddeebi'iidhaan gabaasaa jirti

Barnoota ahkaama tajwiidaa

Halaal islamic media