Skip to main content

Oduu ammee daarikterri hospitaala al owda

Halaal islamic media
Oduu ammee 
Daarektarri hospitaala al awdaa 
guyyaa kaleeysaa Sababaa boonbii israa'il mooraa hospitaalichaa keessatti darbatsmte yoo tahu yeroo kana dhukkubsattoonni achi keessa jiran 80% dubartootaa fi daa'iman yoo tahu hojii itti fifuuf waan danda'amu hunda godhaa jirra garuu erga boba'aan nu jalaa dhumee booda wanti nuti godhuu dandeenyu hin qabnu

Comments

Popular posts from this blog

Beeysisa markaza daaruliimaan #imo

Halaal islamic media

Hanga ammaatti gaasixeeystoonni 153 gaazaa keessatti du'an

Halaal islamic media lolli gaazaa keeysatti onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti gaasixeeysitoonni 153 akka dhuman gabaafame gaasixeeysitoonni kunneen haleellaa humnoota israa'iliin akka dhuman al jazeeraan irra deddeebi'iidhaan gabaasaa jirti

Barnoota ahkaama tajwiidaa

Halaal islamic media