Oduu Ammee injifannoo mujaahidootaa - halaal radio live

Halaal islamic media podcast

Oduu Haaraya Ammee

Home Top Ad

Responsive Ads Here

Post Top Ad

Responsive Ads Here

Thursday, May 30, 2024

Oduu Ammee injifannoo mujaahidootaa

Halaal islamic media Oduu halaal radio:caamsaa 30 2024 Gareen mujaahidoota hamaas naannoo sa'aatiiwwan dabarte keeysatti lola fuulaa fi fuulaa waraana israa'il wajjiin geggeeysaa jiruun magaalaa raafaa naannawa adda addaa keeysatti tarkaanfii cululuqaa akka fudhate hime Tarkaanfii fudhateen 🔴joozar waraana israa'il 1 barbadeeysee jira 🔴taankii markaavaa ja'amtu 3 kallattiidhaan barbadeeysee jira Rasaasa qazaa'iful yaassiin 105 ja'amuun akkasuma meeshaa tanaadum ja'amuufi meeshaa lolaa adda addaatiin haleelee daaraa godhuu hime 🚫 waraana israa'il 2 kallattiidhaan haleellaa irratti raawwachuu hime Akkaataa itti haleele akkana jachuudhaan yoo himu "Naannawa magaalaa raafaa keessa isaanii mana tokko keessa dhokotee taa'aa jiru mujaahidoonni hamaas bakkumatti itti marsuudhaan meeshaa lolaa mudaaddatul afraad ja'amuun haleelee diina israa'il madoo dandammii hin qabnee fi du'aan adabee jiraachuu hime 🚫naannawa lixa magaalaa raafaatti meeshaalee lolaa adda addaatiin waraanni hamaas waraana israa'il walitti qabamtee taa'aa jirturratti tarkaanfii fudhateen diinota israa'il hedduu baaraga keeysa galchuu hime @maddi odeeyfannoo keenyaa aljazeeraadha Sagantaalee halaal media hafan hordofuuf 📻Toora asii gadii kanaan tamsaasa keenya📻 hordofaa https://liveonlineradio.net/halaal-radio https://facebook.com/halaalradio 🌐https://halaalmedia.blogspot.com 📺https://youtu.be/pey12i57DAM?si=F_oOQmbVFrA0bh5x ⬇️https://www.appcreator24.com/app2897380-0431rm
https://t.me/Halaalmedia1

No comments:

Post a Comment

raadiyoomb@gmail.com

Post Bottom Ad

Responsive Ads Here

Pages