Halaal islamic media
Oduu halaal radio:caamsaa 31 2024
Sa'aatiiwwan 24,n dabarte keeysatti haleellaa waraana israa'iliin lammiileen filisxiin 60 wareegamanii 280 akka madaawan gabaafamee
Lola garee waraana israa'ilii fi waraana hamaas jiddutti geggeeyfamaa kan jiru yoo tahu
Onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti lammiileen filisxiin 36284 yoo shahiidan 82057 ammoo madaawanii akka jiran ministeera fayyaa gaazaarraa odeeyfanne
Halaal islamic media podcast
Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com