Halaal radio tamsaasa kallattii June 16, 2024 Halaal islamic media Halaal radio live Tamsaasa kallattii Halaal radio live !doctype> Ministeerri fayyaa gaazaa akka gabaasetti sa'aatiiwwan 24 dabarte keeysatti lubbuun lammiilee qulqulluu filisxiin 41 shahiiduu fi 102 ammoo madaawuu yoo himu walii gala gaazaa keessatti hanga ammaatti namoonni israa'iliin ajjeefaman 37337 yoo tahu Kan madaawan ammoo 85299 akka gahe gabaasee jira Rabbiin nasriidhaan haa dhaqqabu Share Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps
Hanga ammaatti gaasixeeystoonni 153 gaazaa keessatti du'an July 02, 2024 Halaal islamic media lolli gaazaa keeysatti onkololeeysa 7 eegalee hanga ammaatti gaasixeeysitoonni 153 akka dhuman gabaafame gaasixeeysitoonni kunneen haleellaa humnoota israa'iliin akka dhuman al jazeeraan irra deddeebi'iidhaan gabaasaa jirti Sagantaalee halaal radio
Comments
Post a Comment
raadiyoomb@gmail.com