Skip to main content

Posts

Beeysisa markaza daaruliimaan #imo

Halaal islamic media

eid mubaarak

Halaal islamic media eid mubaarak eidal fitri bara 1446

Seenaa sheikh bullaallaa

Halaal islamic media Seenaa sheikh bullaallaa ************************ Maqaan isaa sheikh bullaallaa ja'ama iddoon dhaloota isaa godina harargee bahaa aanaa jaarsoo bakka gafra qallaa ja'amu jiraachaa turan isaan gosaan jaarsoo ykn huume ja'ama lamaanirraa takkatti nuti qulqulleeyfachuu hin dandeenye ammoo gaafa qulqulleeyfanne kan isiniif finnu taha amma ammoo seenaa isaa tan arganne isiniif dhiheeysina hanga xumuraatti nufaana bu'aan afeerraa kheenya. Sheikh bullaallaan rabbiin rahmata isaaniif haa godhuu hoogganaa fi bulchaa ykn damiina guddaa warra huumee turan erga gadaan bulchiinsa isaanii dhumee hojii irraa boqonnaa fudhatanii booda osoo boqonnaan isaanii umrii boqonnaa kanaaf bakka hin kennin gara barnoota islaamaa deemanii barachuu eegalan ilma isaanii kan hangafaa waliin eegalanii ilma isaanii kan quxxusuu waliin qur'aana xumuran . San booda barnoota shari'aa islaamaa ballinaan irraa barachuudhaaf ulamaa'oota barbaaddatee damee inni irratti akk...

Halaal raadiyoon tamsaasa isaa yeroo dhihoodhatti eegaluuf

Halaal islamic media

Balaan ibiddaa magaalaa dirree dhawaa mudachuun himame

Halaal islamic media Balaan Ibiddaa Dirree Dhawaatti mudatee miidhaa guddaa qaqqabsiisee too'atamuun ibsame Halaal Radio: Zul-Hijjah 25/1445 Magaalaa Dirree Dhawaa Naannawa gabayaa Ashawwaatti balaan ibiddaa mudatee ture tattaaffii hawaasaa fi qaamoleen nageenyaa taasisaniin toohatamuu bulchiinsi Dirree Dhawaa beeysise. Iddoo Gabayaa Ashawwaa ja'amee Beekamutti Ganama Kana balaan ibiddaa uumame kun Dukkaanota Gurgurtaa hedduu fi akkasumaas iddoo gurgurtaa Bishingaarra miidhaa olaanaa dhaqqabsisuun himamee jira. Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar iddoo balaan kun itti uumametti arkamuun haala ture kan daawwatan yoo tahu, ka'umsi balaa kanaa maal akka taheefi miidhaa hangam akka dhaqqabsiise qorannoon taasifamee ummataaf kan ifoomsamu tahuu himanii jiran. Jiraattotaa fi Qaamolee Nageenyaa Balaan kun miidhaa akka hin dhaqqabsiifne toohachuuf tattaaffii olaanaa taasisan kan galateeyftan kantiibaa Kadiir Juhaar,lammiilee balaa kanaan miidhaan irra gahe ...

Waraanni israa'iliifii meeshaan waraanaa isaanii daarawuun akkuma itti fuftetti jirti

Halaal islamic media