Skip to main content

Posts

Goottan gaazaa nashiidaa haaraya

Halaal islamic media

Ustaaz awwal qaasimii fi pastar abiggoo amantaa lameen walmaddii qabuudhaan

Halaal islamic media

Oduu sadaasa 28/2023 eegalee jira

Halaal islamic media

Murannoofi qalbii hiruu jidduu,carraafi gaddis jiraa beeki.

Halaal islamic media Murannoofi qalbii hiruu jidduu,carraafi gaddis jiraa beeki. ila Qalbii hirraan,kan murannoo qabutu si nyaataa beeki, qalbii hirraan,kan sirra dadhabaattu si hinjifataa argi, qalbii hirraan,ufii billawa ittiin kitimamtu ufitti qarattee dhiisi. Jaaloo Bineensi fiigichaan leenca caala furga’u heddutu jiraa xiinxalli,bineensi utaalchaan,qeerransa caalaa galda’u heddutu jiraa daawwadhu,wanti leencaafi qeerransi maqaa argatanii,uf kabajsiisanii,mootii tahanii,sodaa tokko malee,daggala mana godhatanii,sodaatamanii jiraataa jiraniif,gootummaa,ijjannoo,murannoofi ufitti amantii waan qabaniif,malee,guddinaaf Arbi jiraa laali, dheerinaaf sattawaan jiraa argi,ciminaaf gaalli jiraa taajjabi,wanti isaan kan fedhan dhadhoolaa jiraataniif, akka dandahan waan ufitti humanii,inni biraas itti amanee,nu moohachuu ni danda’an jedhee ufitti himeefii hubadhu. Obbolaa  Qalbii hirraan,uf duuba laaluu guddistaa beeki,imala fuula kee dura jiruuf,uf duuba sagal garagaluutti kaanaan,si dhi...

Amaloota hiriyyaa sobaa 10

Halaal islamic media Amaloota Hiriyaa Sobaa 10 !! 1 yeroo waa sirra barbbaadan qofa sitti haasawu gaafa ati barbbadu hin argaman gaafa ofiif sibarbbaadan malee! 2,gaarumma kee akka gowwummatti ilalaani sitti fayyadamuu barbbaadu gaafa waan barbbadan sirra dhaban siin ooduu, si cufu amala sitti jijjiiratu! 3,milkka, ina keetitti hin gammadan akka atti isaan dursite milkkoftu hin fadhan, ykn milkkaina isaani siitti odeesani. Akka sitti dhagahamu goddhu barbaadu!! 4.yeroo hunda gadi siqabu, bifa keetiin amaala kee qeequ, filannoo kee akka jibbitu si godhu walumaa galaattii akka gad aanttuummaan sitti dhagahamtu si godhu barbaadu!! Isaan malee ati akka fayidaa hin qabme godhani si duuba waa, e kee namoota birootiif odeesu!! 5.yeero siif hin kennan, siin dhageeffatan rakkoo isaani akka dhageeffattu barbaadu yeroo hunda Negative dha! Of jaalatu, amaala isaani hin beektu nijijjiramu, yeroo hunda sababa baayisu, gaafa ati barbaaddu amaala akkasitti agarsiisu icitii kee sirra baasu barbaadu, g...

Walaloo ajaa'ibaa ustaaz gammachuu mohammed

Halaal islamic media

Abuu ubeeydaan taankii israa'il 15 barbadeeyauu hime

Halaal islamic media Abuu ubeeydaa:sa'aatii 24 darban keessatti mujaahidoonni al qassaam gargaarsa khaaliqaatiin konkolaataa waraanaa 15 qarqara mooraa al shaatii fi beytal hanuun keessatti guutumaa guututti barbadeeysuu hime akkasuma humnoota shiftaa israa'il irratti tarkaanfii laaleeysaa fudhateen garee weerartuu irraa baayyinaan barbadeeysuu hime  Yeroo ammaan tanaa kanatti lola jabaa keessatti diinota israa'iliin kokkee walqabanii jiraachuu hima